WhatsAppi fayyadamuuf,wontoota kana gadii hordofuu dandeessu
1. Tokkoffa App Download.godhattu bilbilaa keessan irratti ykn computer 🖥 keessani download gochuu qabdu App Store (iOS) ykn Google Play Store (Android) irraa argachuu dandeessu sanabooda.
2. Account banattu : App'n banamee booda, lakkoofsa bilbilaa keessan galchuu qabdu lakkoofsa bilbilaa keessan. Erga galchitani booda, SMS'n mirkaneessu (verification) siinif ergama sana booda bakka miseejin isiniif ergamte lakkoofsa dijiti 6 san copy paste gootu
3.ergantana Profile Keessan photo wan feetan galfattu erga photo gallery keessan irra galfattni booda, maqaa keessan galchitu.
4. Namoota Dabaluu: Namoota WhatsApp fayyadaman bilbila keessan irratti isiniif mullata worra add WhatsAppi banatan lakkoofsi isaani . Isaan keessaa namoota barbaadan wolin groupi uummachu dandeessu bakka tokkotti
5. Ergaa Erguu: Namoota banatan wolin ergaa barreessuu, suuraawwan, fi viidiyoo sagale woli erguu dandeessu
6. Gruupota Uumachu Namoota hedduu waliin haasa'uu yo barbaaddan groupi uumuun bakka tokkotti wolitti qabamu dandeessu
7. Voice sagale fi Video Call Nama waliin gochuf (voice call) gochuu dandeessu.
8. Setting sirreessuu settingi keessan sirreessuu dandeessu, akkasumas privacy fi security settings ilaaluun wontoota sirreefamu qaban sirrefachu dandeessu inni kun baayyee murteessaadha sababni isaas bilbilaa keenya eegachuf namoonni sirrefachu hin dandeenye you tube channel keenya seena ilaala
9 security screen. Ammas yeroo WhatsAppi fayyadamtan appi WhatsAppi keessani pinidha cufadha akka namni biro yeroo bilbilaa keessan fuudha hin ilaallef
10 hide app. Inni kunis murteessaadha beekun sababni isaas yeroo tokko tokko namni bilbilaa keenya dirqaman nurkaa fuudhe appi dhuma san akka inni argu hin dendeenye gochuudha sanas kan isin argattan screeni bilbilaa keessani qadi qabun hide appi kan jedhu filachun appi feetan done gootu akkasumatti irras balleesitu
WhatsAppi fayyadamuun baayyee salphadha

Social Plugin