Cryptocurrency qarshii dijitaalaa bittaafi gurgurtaaf daldaltooni itti fayyadamanuudha
Qarshii dijitaala keessaa baayyinan kan beekamti gudda argate'Bitkoiniidha.
Ji.a kana dura konkolaatota ifaa ykn electrici kan hojjetu Teslaan konkolaata yeroo gurguru kaffaltti Bitcoin hin barbaadu jedhe ture erga inni jedhen boodas waagan Bitcoin %10'n hirrate ture.
Sa'aatii 24'n keessatti qofaa gatiin isaa dolaara 6,000n hirrateera.
Cryptocurrency jechun Maali?
Qarshii Crypto kiripto (Cryptocurrency)jechun Maali?
Maallaqni Crypto gosa maallaqa dijitaalaa yookin kan nageenya isaaf kirpito giraafii fayyadamuudha.
Qarshiin ykn birrin inni beekaman eeyyama motummaadhan bahani galu (QarshiinCrypto) isaa kana irraa faallaadha Qarshiin Crypto technology blockchain jedhamun sirna gaba giddugaleessa hin taane networki kompitara keessatti kuufamen hojjeta.
Bitcoin (BTC)
Bitcoin Qarshii Crypto isa jalqabaa fi beekamaadha. Satoshi Nakamoto tiin kan uumame Bitcoin qarshii dijitaalaa giddugaleessa hin taane jedhun jalqabe.
Dhiyeessii dhaabbata saantima miiliyoona 21 kan qabu kan daangefame qaba.
Bu’a Qabeessummaa Crypto
Qarshiin Crypto addunya kana irratti dhiibbaa guddaa kan geessisa jiru yoo ta’u, sirna baankii addunyaa kana gara ofiitti kan harkisu filannoo biraa kan dhiyeessu yoo ta’u,haala haaraa gabaa fi investment dendeessiseera. Qarshiin Crypto jireenya faayinaansii tolchu itti fufee waan jiruf. carraa fi qormaata lammanuu waan dhiheessuuf beekun barbaachissadha.
Qarshiin Crypto Qarshii abbaa Aangoo giddugaleessaa irraa qulqullu ta’een hojjeta. Mala Crypto giraafii fayyadamuun dalaga isaa kan mirkaneefatanuudha .
Qarshiin Crypto bara 2009 dhaabbata maqaan isaa hin beekamneen oomishame jedha qorannon akka mullisutti. Satoshi Nakamoto jedhamun beekamun Bitcoin irra eegaluun jalqabame. Ergasii booda Qarshiin Crypto filannoo (altcoins) kumaataman lakkaa’amanin kan mul’atan yoo ta’u, tokkoon tokkoon isaanii haala addaa fi itti fayyadamni isaanii woldhaba ta.e qabu.
Cryptocurrency uumaman keessa baayyen kan jiran yoo ta’u yeroo ammaa kanatti garu. cryptocurrency 20,000 ol ta'an bahani jiru jedha qorannon akka mullisutti. Haata.u male, isaan keessaa muraasni qofatu baayyinan beekamu fi daldala keessatti maamiltooya baayyee qaban. Isaanan kana
1. Bitcoin (BTC)
2. Ethereum (ETH)
3 Cardano (ADA)
4 Solana (SOL)
5. Litecoin (LTC)
6. Chainlink (LINK)
7. Binance Coin (BNB)
8. Ripple (XRP)
9. Dogecoin (DOGE)
10. Polkadot (DOT)
Jerri kun cryptocurrency keessa heddu gabaa keessatti kan beekamaniidha
Gatin isaanis yeroo yeroon ni dabalu kanaaf maamiltoota horata deemu.
Woluma galatti Qarshiin Crypto qarshii giddugaleessa hin taane jechuun to’annoo mootummaa tokko jala hin jiru jechuudha.
Namni isaa hanga ati qabdu beeku hin jiru motummaanis account ke beeku hin danda’u
Akkaataa Cryptocurrency Itti Hojjetu
Technology Blockchain
Giddugaleessa maallaqa kirpitoo keessatti teeknooloojii blockchain ti. Blockchain galmee giddugaleessa hin taane kan daldala hunda networkii tokko keessatti raawwatamuudha. Odeeffannoo bilookii walduraa duubaan galmeessuun, tokkoon tokkoon isaanii isa duraa wajjin kan walqabatu ta’uu isaa mirkaneessa. Sansalatni bilookii kun kan hin jijjiiramnedha, jechuunis erga datan galmaa’ee booda jijjiiramuu hin danda’u.
Qarshiin Crypto gabaa mirkaneessuu fi gara blockchain erguf haala waligaltee isaani irratti hundaa.u. Malli isaan hedduminaan itti fayyadaman. Ragaa Hojii (PoW) fi Ragaa Qophii (PoS) dha.
Ragaa Hojii (PoW): Malli kun albuuda gabaa mirkaneessuuf pirobleemota account walxaxaa akka banan gaafata.
Cryptocurrency hirkattumma technology blookchain irratti dhaabbata, innis odeeffannoo Ariiti galmeessuufi hordofuf fayyada .
Gatii Cryptocurrency suuta suutan ni jijjiirama, akkasumas gaba qarshii keessatti dabalamuf carraaqqii fi toofta haaraatu jiru.
Haa ta'u malee, cryptocurrencyn rakkoo fi gaaffii hedduu waliin dhufuu danda'a, akkasumas seera fi qajeelfama biyyoota adda addaa keessatti adda addummaa qabaachuu mala.
Cryptocurrency , qarshii dijitaala ykn data irratti umameedha,qarshii yookin qabeenya dijitaala ta'eedha. Cryptocurrency. cryptographic (safartuu phaaftu) fayyadamuun, tajaajila fi walitti dhufeenya qarshii keessatti nageenya fi hordoffi mirkaneessuuf kan hojiirra ooluudha.
Cryptocurrency gurguddotu jiru isaan keessaa:
Bitcoin (BTC): Cryptocurrency duraafi fi beekama kan ta'eedha.bara 2009

Social Plugin