YouTube irraa qarshii argachuuf

 

YouTube irraa qarshii argachuuf

YouTube irraa qarshii argachuuf karaa adda addaatiin ni danda'ama,


karaale gurguddo keessaa muraasa isaani wolin hailaallu:

YouTube Partner Programi – Namoonni YouTube irratti videon isaanii baayyee nama biratti daawwatamu fi hordoftoota baay'ee qaban, YouTube Partner Programi keessa galu galiguddaargatu:

Akkasumas channeli isaani irratti .ads. beeksisa namaaf gochun kaffalti dabalata argatu  (AdSense),

Akkasumas channeli isaanii irratti Super Chat fi Super Stickers fayyadamuun.kaffalti bira ni argatu jedha akka odeeffannoon agarsiisutti

Akkasumas YouTube Premium  irraa faayidaa dabalata argachuu ni danda’u.


You tube channel banatani irratti hojjechuf ulaaga kana nu barbaachisa

1 Hordoftoota Kuma tokko (subscribe) 1,000 ol qabaachuun dirqama

1 Sa’aatii 4000 ykn videon keenya daawwannaa 4,000 ol waggaa tokko keessatti argachu qaba

3 Seera YouTube cimsanii hordofuu fi AdSense account banachun connect gochu ykn apply gochu nu barbaachisa.

erga subscribe 1000 fi sa.aati 4000 dabarre,
Subscribe 1000 gahun yeroo jalqabaf nurakkisu danda.a sa.aati 4000 argachuf garu mala garaagara fayyadamuun salphatti guttachu dendeenya

 garu akkuma sa.aati subscribe argachun namoota tokko tokkoti ni salphata worroota social media kanneen akka Facebook fi telegrami irratti hordoftoota baayyee qaban karaa salphaan argachu danda.u.

 ji.a tokko ykn ji.a lama gidduutti guttachun monetization godhachuu ni danda'u.

Video Qulqullina qabu guyyaatti yeroo lama lama hanga ji.a tokkootti gadhiisun argachu danda.u maloota hedduutu jira



There are many ways to make money from YouTube, let’s look at some of the main ways: YouTube Partner Program – People whose videos are most viewed and followed on YouTube, get a lot of money by entering the YouTube Partner Program: Also .ads on their channel. They get paid extra for advertising (AdSense), And use Super Chat and Super Stickers on their channel.they will get another payment according to the information They can also get extra benefits from YouTube Premium. You tube channel opened we need these requirements 1 Must have more than 1,000 subscribers 1 Our hours or videos must get more than 4,000 views in a year 3 Strictly follow YouTube rules and open AdSense account to connect or apply.after 1000 subscribers and 4000 hours passed, Subscribe 1000 may be difficult for us at first to get 4000 hours but we can fill it easily using different methods but like getting subscribe hours is easier for some people those who have many followers on social media like Facebook and telegram can easily get fill within one or two months and monetization There are also many methods to get quality video by releasing it a couple of times a day for up to a month