National id card 💳 galmooftani sababaa garaagaraatif Lakkoofsi national identity FAYDA (FIN ykn FAN) yoo isin jalaa bade
✅️ National ID card Fayda 💳 Information
Rakkoolee adda addaaf
👉 SMS'n / message miseejin yoo isiniif hin ergamne yoo ta'e yookin
👉 Bilbilli irratti isiniif ergame yoo isin jalaa bade fi
👉Rakkoolee garaagaraatiif yoo delete isin jalaa bade akkamitti akka argachuu dandeessan isiniif haa himu.
📞 Jalqaba irratti gara-> *9779# irratti bilbilla
👉Itti Aansun-> kan jedhu filadha ( yeroo ammaa kana lakkoofsa 1 irra jira).
👉dhuma irratti -> lakkofsa 1 filadha ( lakkoofsa addaa Fayda isin jalaa bade argachuuf ) kan jedhu filadha sana booda akka isiniif ergamu gochuu dandeessu.
Dabalataanis kallattiin gara 📞 9779ti bilbiluun akkasumatti argachuu dandeessu. Yoo akkasitti isin dida ta'e ammoo qaamaan bakka itti guunnee sana deemun sirreeffachuu dandeessu
Hubachiisa Karaaleen kanaan amma jedhe kanaan Tajaajila argachuuf Sim card 💳 ittiin National ID Galmooftan saniin qofa yoo taeedha kan isiniif ergamu.

Social Plugin