Seerota yookin qajeelfama Telegrami keenya irratti dirqama beeku qabnu


Seerota yookin qajeelfama Telegrami keenya irratti dirqama beeku qabnu

Seerota yookin qajeelfama Telegrami keenya irratti dirqama beeku qabnu


Bakka jirruufi itti argamnu yookin jiraacha jirru saahiba keenyaaf akka mul'atu gochu dandeenya,

Akkaatan itti fayyadama isaas Telegrami appi keenya seenuun → Maqaa abba akka itti mullatu barbaanne filanna sana booda →bakka irratt namaf share goonu filachun→isaa booda"Location bilbilaa keenya irratti jiru on gochuun bakka jirru akka itti mullatu gochu dandeenya jedha informationin kun.


2 lammaffaa: Namni kan  biro Telegrami keenya akka hin fayyadamne taasisuf passwordi itti gochuu  dandeenya. 


Haala itti Telegrami banan → tuqa sadi gubbaatti argamu tuqun sana booda irratti cuqaasuun → "Settings kan jedhufilanna sana booda" → "Privacy and Security" kan jedhu filachun → "Passcode Lock" → ON godhuudhan → password gochuun itti fayyadamuu dandeesisa.


Sadaffa : Telegrami yeroo fayyadamnu akka qarshii keenya hin finnef of irra cufu qabna haala itti fayyadamnu Telegrami appi isaa booda banna → bakka tuqa sadi.i irratti cuqaasna sana booda → "Settings"filanna sana booda → "Data and Storage filanna sana booda → "When using mobile data isaa jedhu irratti OFF gochuun tongili bana jiran cufu file garaagaraa fi Video download gochuun qarshii keenya akka hin finne gochuudha worren kun eeyyama keenyaan ala datan bilbilaa keenya yeroo banu ofuman hojjetu kana dhorka

Arfaffa: Ergaa yookin SMS erginee booda nama itti ergineef sana biraa wontoota ergamef sana balleessuu ni dandeenya. 

Ergaa ergame irratti gadi qabun  cuqaasuu sana booda Delete filachu Also delete for receiver filachuun erga namaf erginee sana bilbilaa isaa irra balleessu dandeenya.

Shanaffaa: Telegram appi tokko irratti account sadi fayyadamuun ni danda’ama.  Jalqaba sim card 💳 sadi qabaachu qabna sana booda Telegrami banuu iddo add account jedhu irratti cuqaasuun sana booda Mallattoo (v) irratti cuqaasuu Add Account kan jedhu filachuun lakkoofsa bilbilaa haaraa galchuun account haaraa banuun fayyadamuu ni danda'ama.

Jahaffaa: Fuula dukkanaa’aa (Dark Mode) fayyadamuun 💠 barbaanne fayyadamuu dandeessu
Akkaataa isaaTelegram banuu iddoo tuqa sadi.i irratti cuqaasuun Chat Settings Theme filachuu Dark yookin Black filachuun dark mode fayyadamuu ni dandeenya yookin black fayyadamuu ni dandeenya

Torbafdaffaa Barreeffama akka hin mul'anne ta’e keessaa, font size guddisuun itti fayyadamnu ni dandeenya
Haalli isaas Telegrami banuu iddoo tuqa sadi irratti cuqaasuun Chat Settings Message Text Size irratti cuqaasuun  malltoo isaa guddisuu ni dandeenya.

Saddeetaffaa: Ofii keenya Telegrami irratti channel banachuu ni dandeenya hanga kudhani
Jalqaba Telegrami banuu  iddoo akka irsaasi qalama fakkaattu irratti cuqaasuun
New Channel Create New Channel" irratti cuqaasuun maqaa channel galchuun description yookin waan channel sana irratti hojjennu barreessuu dandeenya sana booda channel keenya private yookin public fochun fayyadamuu dandeenya public jechun kan namni hundi search godhe argatu private immo kan namni eeyyama keenyaan ala argachu hin dandeenyeedha haala kanaan Chaanalii banachuu dandeenya.

Salgaffaa: Garee (Group) ofii keenya Telegram irratti banuu ni dandeenya. 
Sunis Telegrami banuu sana booda bakka irsaasi qalama fakkaattu irratti cuqaasuun irratti cuqaasuun Create New Group irratti cuqaasuu  maqaa group galchuun group banachuu dandeenya.

Kurnaffaa:Faayilii suuraa ofii keenya (profile photo) irratti jijjiirachu ni dandeenya.  Haalli isaas Telegrami banuu iddoo tuqa sadi.i irratti cuqaasuun Settings Set Profile Photo irratti cuqaasuun suuraa barbaanne filanna sana booda photo gallery keenya irra filachuun irraa godhachuu dandeenya






                   Telegrami keenya join godha