Hubachiisa: Haala Haaraya Telegram Irratti itti fayyadamnu!*


Hubachiisa: Haala Haaraya Telegram Irratti itti fayyadamnu!*


*Hubachiisa: Haala Haaraya Telegram Irratti itti fayyadamnu!*

Telegram yeroo duraattif yoo ji'a 12 (waggaa tokko) guutuu hin fayyadamne, account keenya ofumaan cufamaa ture (self-destruct). *Amma garuu wanti kun ni jijjiirame!*

📢 *Yeroo amma:*
Telegram yeroo fayyadamaa hin turretti, akka account keenya ofumaan cufamuuf, yeroo dheeraadhaaf turu danda’a — *amma gara waggaa 2 (ji'a 24) tti dheerateera!*

---

Maal jechuu dha?

➡️ Osoo Telegram fayyadamuu dhiifne waggaa lama guutuu illee yoo turre, account keenya ofumaan hin cufamu.

---

🛠️ Haala kana itti sirreessinu:

1. *Telegram* irratti seeni 


2. *Settings* banu 


3. *Privacy and Security* filadhu 


4. Gara gadii bu’i → “*If Away For*” jedhu filadhu 


5. Achitti yeroo barbaadde (up to *24 months*) filachuu dandeessa

---

📌 Kana gochuun, account kee yeroo dheeraaf iccitii fi nageenyaan eeggachuu ni dandeenya — fayyadama keenya irratti hundaa'ee Telegramin ofumaan akka nu hin haqne ni ittisu.

#MusaTech #TelegramUpdate #PrivacyTips #TechInOromo #TelegramOromo