Akka salphaatti E-mail Account akkamitti banachuu dandeenya?
Har’a, carraa hojii online argachuuf ykn app tokko fayyadamuuf e-mail account barbaachisaa dha dirqama. Kanaafuu, *e-mail Google (Gmail)* irraa banachuun murteessaadha.
Egaa e-mail tokko ofii keenyaa banachuuf *tartiiba salphaa* kanaa gadii hordofaa:
✅ STEP 1
Internet browser* (Google Chrome, Opera Mini, Firefox, kkf) banuun sana booda
*www.gmail.com* barreessaa *Enter* godhaa.
*✅ STEP 2:*
*“Create Account”* jedhu tuqaa filadha sana booda →
Email dhuunfaa keenyaaf yeroo banannu, *“For myself*isa jedhu filadhaa.
*✅ STEP 3:*
Foormii baname irratti:
- Maqaa jalqabaa (First Name)
- Maqaa dhumaa (Last Name)
- Maqaa barbaaddan email ta’u (Username)
- Password sirrii fi cimaa kan hin daganne
galchaa → booda *Next* tuqaa.
*✅ STEP 4:*
- *Lakkoofsa bilbilaa*,
- *Guyyaa dhalootaa*,
- *Saala (Gender)* galchaa dhiira yookin dubara→ booda *Next* tuqaa.
Google irraa *Verification code* bilbila keessani irratti ni ergama.
Koodii sana gara bakka dhufeetti deebi.agalchaa.
*✅ STEP 5 (filannoo)
“Recovery Email” (email tuffata ta’ee isin gargaara) dabaluu ni dandeessu – garuu filannoo dha. Yoo irra darbattanis rakkoo hin qabu.
STEP 6
“Privacy and Terms” dubbisaa → *I agree* tuqaa.
Kana booda, *email keessan milkaa’inaan banameera!* 🎉
---
📌 Xumura irratti:
Email sirrii qabaachuun hojii, tajaajila technology fayyadama social media fi carraa hojii hedduuf siif bana. Kanaaf, itti yaadadhu, password hin dagatin, email keetiin of eegi dhumee ✅️eeyyen
xiqqo ol fuudhi channeli kana join godhi bakka telegrami jedhu tuqi
Telegrami

Social Plugin