✅ 

Telegram Update – Fooyya’iinsa Haaraa





Telegram Update – Fooyya’iinsa Haaraa
torban kana fooyya’iinsa haaraa fayyadamtoota isaatiif gadi lakkiseera. Update kun hojii salphisuu fi qunnamtii fooyyessuuf faayidaa guddaa qaba.
⚫ Checklists
Amma fayyadamtoonni Telegram Premium qaban checklist qopheessuu, hojii adda baasuu fi to’achuu, akkasumas Chat keessatti qooduu danda’u.
Checklist keessatti mirgi (permission) lama ni argama:
hojii xumurame mallatteessuu (mark tasks as done
wantoota haaraa itti dabalu (add more items)
Checklist qopheessuuf, bakka ergaa itti barreessitan bira jiru mallattoo media/file filachuun salphaatti qopheessuun ni danda’ama.
⚫ Suggest Posts in Channels
Fooyya’iinsi biraa jechuun, namoonni chaanalii hordofan kafaltii kaffaluun beeksisa isaanii akka chaanalii irratti maxxanfamu gaafachuu danda’u (suggest post).
Akka itti fayyadamtan:
Gara chaanalii deemaa
Mute/Unmute cinaatti Direct Message jedhu filadhaa
Sana booda mallattoo $ tuquun post akka maxxanfamu gaafadhaa
Kaffaltiin Stars’n yoo ta’e, Telegram keessaa 35% ni murama.
Abbootiin chaanalii immoo:
post suggest isaaniif dhufe akka jijjiiramu gaafachuu
akkasumas accept ykn reject gochuu danda’u.
Fooyya’iinsi kun fayyadamtoota fi abbootii chaanalii jidduutti hojii beeksisaa fi qindoomina caalaatti salphisa.


Telegram Update: New Features Improve Productivity and Channel Promotion
has released a new update this week, introducing useful features designed to improve task management and strengthen interaction between channel owners and followers.
1. Checklists for Telegram Premium Users
Telegram Premium users can now create checklists to organize and manage different tasks more efficiently. These checklists can also be shared directly within chats, making collaboration easier.
Each checklist includes two main permissions:
Mark tasks as done – allows users to confirm completed tasks
Add more items – allows additional tasks to be included in the list
To create a checklist, users can simply select the media/file icon next to the message input field and prepare the checklist quickly and easily.
2. Suggest Posts in Channels
The update also introduces a Suggest Posts feature for channels. Followers can now request their content or advertisements to be posted in a channel by paying a fee.
How to suggest a post:
Open the desired channel
Tap the Direct Message button next to the Mute/Unmute option
Select the $ icon and submit your post request
If the payment is made using Stars, Telegram deducts 35% as a service fee.
For Channel Owners
Channel administrators can:
Request edits to suggested posts
Accept or Reject submissions based on their preferences
Overall, this update enhances productivity for Premium users while creating new opportunities for promotion and monetization within channels.