Codiwwan garagara bilbilafi itti fayyadamnu
Kodiwan kana tokko tokkon ilaalun itti fayyadama keessattu kan sim kardi keenyan wolqabatu sirriitt fayyadamtu yeroo tokko tokko SMS garagara bilbilaa keenya irratti banamun qarshii keenya fixan
[ *#9900# ]
Codi kana bakka bilbilaa keessan irratti namaaf dawwaltanitti guutun check godhaa ilaala .wontoota isiniif dhufan keessa (delete dumpste/logcat) kan jedhu tuqa successfully godha innis version yeroo daata fayyadamuun dhufan ni haqa jedhama yes or no
Batterystetsreste
Kan jedhamu check godhaa
[ *#0011# ]
Codi kana immo itti galchun erga inni isiniif fide booda tuqa sadi gubba jiru tuqun bakka wife jedhu filachun bakka ping stet 0.0.0.0 jedhu gara 1.1.1.1 ti jijjiirun wife ariiti dabala jedhu worri wifi fayyadamtan ilaala
BASIC INFORMATION select sim
Information
[ *#21# ]
Kana irrattis bilbilun bilbilli keessan hidhame jiraachu isaa ilaala wontoonni isini dhufan hundi NOT FORWARD jechu qabu.
Call forwarding
when no reply
Voice: Not forwarded
Data: Not forwarded
FAX: Not forwarded
SMS: Not forwarded
Sync: Not forwarded
Async: Not forwarded
Packet: Not forwarded
PAD: Not forwarded
OK
[ *21*857# ]
akka namni isinif hin bilbille gochu dendeessu garummo daata connection sirriitt fayyadamtu yeroo irra balleessu feetan codi kana fayyadamaa.
[ #002# ]
Call forwarding
unconditionally.
Registration was successful.
OK
ethio telecom
Forwarding all calls.
Yeroo irra ka 'es. 👇
Call forwarding
All
Service has been disabled.
OK
[ *900# ]
kun immo kan fayida gudda kan nuuf kennuudha innis akkuma kana dura bakka dawwalli keenyati guutun irratti bilbilaa sana booda wontoota kanaa gadiitu nuf dhufa.
VAS:
1. Kan Galma'ee
2. Tokko Dhaabuuf
3. Hundumaa Dhaabuuf
4. CRBT addan kutuuf
0. Next
Tokko tokkon ilaalun kan sadaffa erga filattani gutumman guututti irra balleesitu kana booda telen qarshi keessan osoo isin hin beekne fudhachu ni dhiifti
Tajaajila Galmooftan hin qabdan.isiniin jedhu,
OK
[ *#06# ]
Lakkoofsa IMEI keessani baruf
IMEI (International Mobile Equipment Identity) bilbila keenyaa baruuf nu fayyada.
Galatooma

Social Plugin