Crypto ethereum ETHEREUM Etherium jechun waltajjii Blockchaini kan kontoraata ismaartii fi applicationi giddugaleessa hin taane

 
ETHEREUM Etherium jechun waltajjii Blockchaini kan kontoraata ismaartii fi applicationi giddugaleessa hin taane



Crypto ethereum 
ETHEREUM. [ETH]


ETHEREUM Etherium jechun waltajjii Blockchaini kan kontoraata ismaartii fi applicationi giddugaleessa hin taane (DApps) uumuu danda.u dha. Qarshiin burqa isaa Ether (ETH) jedhamun gabaa akkaata isaa mijeessuu fi hirma.ttoota networkii kakaasuuf kan gargaarudha.


Altcoin,  Gurguddan isaa

Ripple (XRP): Furmaata kaffaltii sa.aati dhugaa, daangaa qaxxaamuruu dandeessisuu irratti hojjeta.


Litecoin (LTC): Bitcoini salphaa fi mijata akka ta’uuf kan uumame.
Cardano (ADA): Blockchaini nageenya qabuu fi guddachuu danda’u.tolchuf kan akeekuudhaa. Stablecoins jedhamuun beekama

Stablecoins qarshii Crypto  qabeenya tasgabbaa’aa kan akka qarshii fiat ykn meeshaalee woliin wolitti  hidhamanuudha. isaanis faayidaa qabeenya dijitaalaa jijjiirama hi qabne malee ni kennu.

Stablecoins bebeekamoo ta’an keessa  Tether (USDT) fi USD Coin (USDC) kan jedhamanuudha.

Cryptocurrency argachuuf itti fayyadamuuf

Jijjiirra qarshii Crypto

Jijjiirramni qarshii Crypto waltajji maamiltoonni Qarshii Crypto itti bituufi, gurgurachu danda’aniidha. Boorsawwan mata duree ta’an Coinbase, Binance, fi okx bybit fi Bitget ni argamu. Maamiltoonni accounti banuu fiat ykn crypto itti galfachuu, fi gurguru ittin danda’niidha.

Mining

Mininig yookin Albuuda baasuu dandeetti  shallaggii fayyadamuun rakkoowwan  walmaka kanneen gabaa blockchain irratti mirkanaa.an  darbu of keessaa kan qabuudha. Albuuda worreen  dhugaan qarshii Crypto haaraa tolfamanin badhaafamanuudha Albuuda baasuun haardweerii fi sooftuweerii humna gudda qaban  barbaada.

Qarshii Crypto wolitti qabachuf

Wallet ( Boorsaa )

Walleti qarshii Crypto furtu hawaasa fi nama dhuunfaa kan kaa.u  yoo ta’u, mamiltoonni qarshii isaanii akka bulfatan gargaara. Gosoota gurguddaa 2 qaba:

Hot Walleti: Intarneetii waliin kan walqabatu, yeroo heddu gabaa keesummeessuf   hojjetaadha.

Cold Walleti: wolitti qaba sarara ala, nageenya guddaa kan namaf kennuudha.walleeti beekama ta’an keessa baayyen. MetaMask (ho’aa) fi Ledger (qabbana.a) kan qabatudha.
Humna Nageenyaa

Qabeenya Qarshii Crypto eeguuf maamiltoonni tarkaanfi nageenyaa gurgudda dalagaarra oolchuu qaba:

Wolitti qabu yeroo dheeraaf Wallet hardweeri fayyadamuu.
Herrega jijjiirruu irratti verification  (2FA) dandeessisuudha
Qulfiwwan nama dhuunfaa nageenya isaanii eeguf yoo mille hin qoodamanu.

Cryptocurrency fayyadamuudhaf

Gabaa fi Kaffaltii

Qarshiin Crypto gabaa adda addaa,irratti toora interneetii irraa kaasee hanga qarshii erguutti kan itti fayyadamanuudha  maamiltoonni baayyeen Bitcoin fi qarshii Crypto kan biroo fudhatu. Gabaan  ariifata, nageenya kan qabuu fi yeroo heddu malawwan kaffaltii aaddaa wojjin wal bira qabamee yoo ilaalamu kaffaltiin isaa irra xiqqaadha.


Qarshii Crypto irratti invest qarshii Crypto irratti invest gochuun bu’aa baayyee kan namaaf argamsiisu ta’us balaa gudda kan of keessaa qabu ta.u isaa hubachun murteessaadha.

invest gochuun dura odeeffannoo adeemsa gabaa fi qorannoowwan gadi fageenya qabaachun murteessaadha.
(DeFi) .


DeFi jechuun tajaajila fayinaansii technology blockchain irratti dalagama,

Seera ittin bulmaataa

Seera ittin bulmaata Adduniyaa

Seerri qarshii Crypto biyyoota adda adda.biyyoonni tokko tokko qarshii dijitaalaa kan fudhatan yoo ta’u,

Worren  kan immoo heera ciccima yookin uggura ifaa ta’e irra kaa’u.

Akkaataa naannoo keeti beekun baayyee murteessaadha.


Cinqii Gibraa:qarshiin Crypto gibira fayida capitala ni kennama.qarshii  seeran alaa daddabarsuun (AML) hordofuu hubatui fi seerawwan  maamiltoota kee (KYC) ni beekuu.

Qarshii Crypto kee namni beeku danda.a

Maallaqa kirpitoo ati account yookin Walleti kee irra qabdu namni tokko beeku hin danda’u. garu gaafa ati qarshii biyya keetitti jijjiiratu qarshiin ati qabdu beekama male kanaaf namoonni baayyen account yookin boorsa isaani kan Intarneetii irratti fayyadaman ni dhoksu balance isaani
.