POPPO LIVE
Poppo live jechun maal jechuudha
Poppo live jechun akkuma TikTok live galuudhan qarshii kaffala
Poppo live TikTokdhan wol fakkaata garu karaa inni ittin qarshii kaffalu live stream fi task guyya guyyan hojjechuudhan cooini wolitti qabanne sana booda convert. Gara doolaraatti jijjiirun kaffala. yeroo ammaa kanatti namoonni baayyen karaa telegramitin dhufani nama kadhacha oolu hoji kana jalqaba jedhani ji.an qarshii kuma shantama 50k hanga kuma soddoma 30k argattu jechun namatti fakkeessa oolu dhuguma ni argamaa laata no namoonni akka nuti invite link isaanin affeeramnu nutti dhufan baayyinaan karaa telegrami nutti dhufu sana booda akka nuti link jeraatin galmoofnuf video gabaaba yookin tutorial xiqqo tokko nutti ergu.
Nutis erga appi buufanne bananne taski guyya guyyan hojjenne namoonni linki isaani nutti ergani nukadhatan sun tilmaaman hanga qarshii dhibbaf shantama argachu danda.u.
haaluma nutti fakkeessan sanaan nama biraas yoo argatan qarshii bayye argachu danda.u.
Nutiho?
nutimmo account poppo live kana irraa qarshii meeqa arganna kan jedhuuf Yoo task achiratti gadhiifamu cinqamne hojjenne live yeroo dheeera irra turre guyyaatti yoo baayyate hanga qarshii 150 hin caalu kan irra argamu.
Kan ji.atti qarshii kuma shantama oltu argama jedhamu sun sobaadha guyyaatti qarshii 1600 oltu irra argama kan jedhe sobu of sobaa jira.
namooni poppo live irratti hojjetan
Namni Poppo live irratti hojjetu akkuma namni isatti fakkeessetti innis ji.ati qarshii kuma shantamatu argama jedhe namati sobe liinki isaatin nama galmeessu qaba akka namni invite isaatin seenuf innis dirqama sobu qaba jechuudha akkan social media irra argadhetti .an akka kiyyaatti appis buufadhe hin beeku yeroo kootis live gale hin fixu .namoonni heddun waan akkasi irratti yeroo ofi qisaasessaa oolu .
Gama kootin
gama kootin wan akkasi irratti yeroo keessan hin gubinaan dhaamsa kooti Akkasumas live galani achi irra haasa.a oolun deebi isaa isiniifan dhiisa. sanu kan kaffaltin isii akkana.
Hojii baayyee
Hojii online baayyen jiru garu dursa tutoriali isaa sirriitt fudhachu nu barbaachisa beekumsa isaa argannaan Hojii kanneen akka website blogger and website WordPress fi you tube. Akkasumas Hojii Cryptocurrency fi gurguddo baayyeetu jiru worren akkasi garu dura hubanno isaa gaha ta.e qabaachu nu barbaachisa

Social Plugin