Telegrami fayyadamuf, wontoota armaan gadii kana hordofuun itti fayyadamu dandeessu:
1. Appi Download: jalqaba irratti Telegrami appi isaa bilbilaa keessan irratti ykn computer 🖥 ykn laptopi irratti bufachu qabdu. Bakki irra buufattan App Store ykn Google Play Store (Android) irraa buufattu erga buufattani booda.
2. Accounti banachu: Appi bantani sana booda waa lamatu isini dhufa tokko biyya keessa jirtan guuttu sana booda lakkoofsa bilbilaa keessan galchitu Erga lakkoofsa bilbilaa keessan galchitani booda, SMS'n mirkaneesitu (verification) siinif ergama sana booda email 📧 keessan itti dabala sana booda maqaa fi username keessanif abbaa keessani galfattu hubachiisa maqa feetan galfachu dandeessu maqaa sirri osoo galfachu dhiistani filatamaadha,
3. Profile irratti photos 📸 feetan galfattu erga footo galfattani booda jelatti description barreefachu dandeessu descriptioni irratti wan fedha keessani barreessuu dandeessu akkasumas channeli yoo qabaattan add channel kan jedhu tuqun irra galfachu dandeessa.
4. Namoota itti ida.u: Namoota Telegrami fayyadaman bilbila keessan irra walin chat gochuufi barru video woli ergu dandeessu . Isaan keessaa namoonni telegrami banatan isinif mullatu baru dandeessu.akkasitti adda baafattu,
5. Ergaa woli Erguu: Namoota telegrami banatan yeroo ergaa ergitan barreessuu fi suuraawwan, video yeroo ergitan akka namni sun yeroo tokko qofa ilaalu gochu dandeessu.
6. Groupi fi Channeli banachu : Namoota hedduu waliin haasa'u yoo barbaaddan grupii banachun wol argu dandeessu. Akkasumas, odeeffannoowan heddu ta.e woli qoodu dandeessu, channeli banachun dhuunfa keessanitti odeeffannoo adda addaa irratti share gochu dandeessu,
7. Voice fi Video dawwalu : Namoota waliin woli bilbiltani sagale dawwalu(voice call) ykn viidiyoo (video call) woli dawwalu dandeessu.
8. Settings sirreefachu : settingi keessan dirqama sirreefachuu qabdu.settingi sirreessuuf bakka setting jedhu tuqa sana booda privacy and security filachun to step verification dirqama sirreefadha kunis account keenya ni jabeessaa app looks kan jedhu tuqun passwordi barbaaddan itti guutattu,
9. Bots and Features: Telegram keessatti bots fayyadamuun hojiilee adda addaa irratti hojjechu dandeessu, akkasumas features garagara kanneen akka, polls,fi quizzes, fi file sharingi fayyadamuu dandeessu...
Telegram fayyadamuun salphaa fi mijata sia.ataadha telegramin wolqabate wontoota update ta.an as irratti post wan goonuf website kana hordofa galatooma

Social Plugin