✅ *Namoota contact keenya keessaa qofatu akka nu bilbilani fi barreessan gochuu ni danda'amaa?*
Eeyyee ni danda'ama! Bilbila keessan irratti wanta salphaan godhuudhaan namoota hin beekamne irraa bilbila fi sms fudhachuurraa of qusachuu dandeessu.👇
---
📱 *Bilbila Android (Samsung, Infinix, Oppo, Xiaomi, kkf) irratti:*
*1. Bilbila Dhoorkuuf:*
- Seensa → *Phone/Contact App* banuu
- *Settings* seenuu
- *Blocked Numbers* irratti cuqaasuu
- "Block calls from unknown/private numbers" ON gochuu.
*2. SMS (Message) Dhoorkuuf:*
- *Messages App* banuu
- *Settings > Spam Protection* seenuu
- "Enable Spam Protection" jedhu ON godhuu.
*3. App dabalataa fayyadamuun:*
- *Truecaller*, *Call Blocker*, ykn *Hiya* fakkaatan download gochuu
- Namoota contact keessan keessa hin jirre hunda irraa bilbila fi message ittisuuf gargaaru.
---
🍎 *Bilbila iPhone irratti:*
*1. Bilbila Dhoorkuuf:*
- *Settings* → *Phone* → "Silence Unknown Callers" jedhu ON godhuu.
*2. Message Dhoorkuuf:*
- *Settings* → *Messages* → "Filter Unknown Senders" ON godhuu.
---
🎯 Kunoo, asirratti bilbila keessan nagaya gochuu ni dandeessu. Namni si hin beekne akka si hin jeeqeene gochuu yoo barbaaddan? Faayidaa kana hin dagatin!

Social Plugin