Hubachiisa: Haala Haaraya Telegram Irratt



Hubachiisa: Haala Haaraya Telegram Irratt


 ✅ *Hubachiisa: Haala Haaraya Telegram Irratti!*


Telegram yeroo duraatti yoo ji'a 12 (waggaa tokko) guutuu hin fayyadamne, account keenya ofumaan cufamaa ture (self-destruct). *Amma garuu wanti kun ni jijjiirame jira

📢 *Yeroo amma:*
Telegrami yeroo fayyadamaa hin turreti, akka account keenya ofumaan cufamuuf jira ture, amma yeroo dheeraadhaaf turu danda’a — *amma gara waggaa 2 (ji'a 24) tti dheerateera

---

✅ Maal jechuu dha?

➡️ Osoo Telegrami fayyadamuu dhiifne waggaa lama guutuu illee yoo turre, account keenya ofumaan hin cufamu.

---

🛠️ Haala kana itti sirreessinu:

1. *Telegram* irratti seenu
2. *Settings* banu 
3. *Privacy and Security* filadhu 
4. Gara gadii bu’i → “*If Away For*” jedhu filadhu 
5. Achitti yeroo barbaadde (up to *24 months*) filachuu dandeessa

---

📌 Kana gochuun, account kee yeroo dheeraaf iccitii fi nageenyaan eeggachuu ni dandeessa — fayyadama keenya irratti hundaa'ee Telegram ofumaan akka nu haqne ni ittisu.

#MusaTech #TelegramUpdate #PrivacyTips #TechInOromo #TelegramOromo